Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministir deettaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama laate Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii ariifachiisaa marsaa 5ffaa waggaa 5ffaasaatin muudama laate. Haaluma kanaan; …
Oduu biyya keessaa Walga’iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Walga'iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga'iin kun si'a saddeettaffaaf kan gaggeeffamu yammuu ta'u, waltajjiisaa…
Oduu biyya keessaa Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, olaantummaa seeraa mirkaaneessuu fi walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa cimsuurratti…
Idil Addunyaa Niijeeritti namoonni balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Niijeeritti namoonni gargaarsa fudhachuu wayita eegatanitti balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe. Balaan kun kan qaqqabe…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale. Manni marichaa har'a Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hunduu ga’eesaa ba’achuu qaba-aadde Loomii… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessaa jira. Yaa'ichaan raawwii qaamolee rawwachiistuu itti aanaan preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 17, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Investimantii Oromiyaa beeksiseera. Misooma…
Oduu biyya keessaa Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfamaa jiru to’atame Obse Wakgari Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfama jiru to’atameera. Doolaarri Ameerikaa kuma 17 fi 965, Paawundiin kuma 2 fi 520 fi…