Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa biyyatti deebi’an Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa marsaa 2ffaan kitaabilee 2000 Mana Kitaabaa Abirhootiif arjoome Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa dameelee 38 akka biyyattiitti qabuu fi namoota dhuunfaarraa kitaabilee walitti qabe kuma lama Mana Kitaabaa Abirhootiif…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf hojiirra ooluu isaanii Ministeerri Aadaa fi Ispoortii ibse.…
Fayyaa Dirree Dhawaatti Wajabajjii 2 eegalee talaalliin Vaayiraasii koronaa marsaa 3ffaan ni kennama Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti Waxabajjii 2, 2014 eegalee talaalliin weerara vaayirasii koroonaa marsaa 3ffaan akka kennamu Biiroon Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii fudhatameen Birriin miiliyoonni 16 ol… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii seeraa fudhatameen Birri Miiliyoona 16 baraaruun akka danda’ame Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala…
Oduu biyya keessaa Humna dargaggootaa kan nu dhabsiisu daddabarsaa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna- Obbo Jaanxiraar… Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Humna oomishaa kan ta’e humna dargaggootaa kan miidhu daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuu qabna jechuun Itti Aanaan Kantiiba Magaalaa Finfinnee…
Idil Addunyaa Bataskaanarratti haleellaa hidhattootaan raawwatameen lubbuun namoota 50 darbe Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Naayijeeriyaa Naannoo Ondootti kan argamu Bataskaana Kaatoolikii irratti haleellaa hidhattootaan raawwatameen lubbuun namoota 50 darbuu eerameera.…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaatiin omishi kuntaalli miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoonni 36 walitti qabameera jedhame Debela Tadesse Jun 6, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Qonnaa Arfaasaatiin oomisha kuntaala miiliyoonaa dhibba 3 fi miiliyoona 74 walitti qabuuf karoorafame keessaa oomisha kuntaalli miiliyoona dhibba 3 fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa boru gaggeeffama Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Yaa'iin Abbootii Alangaa Waliigalaa Naannoo Oromiyaa guyyaa boru Jimmaatti akka gaggeeffamu eerame. Yaa’ii kanarratti Abbootiin Alangaa…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa Godina Harargee Bahaatti mudateen lubbuun namoota 14 darbe Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Magaalaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 14 darbuu Qajeelchi Poolisii godinichaa beeksiseera.…