Oduu biyya keessaa Lammiileen 670 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisa keessa turan 670 gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitootaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuun…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee raawwate Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwateera. Pirofeesar Indiriyaas Isheeteen dhibee…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Bara haaraa sababeeffachuun manneen jireenyaa 837 dabarfaman Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Bara haaraa sababeeffachuun Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti manneen jireenyaa waliinii ijaaraman 837 harka qalleeyyii fi jiraattota biyyaaf oolmaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisnee ni tursian- Obbo… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisuun ni tursina jedhan Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf pirojektii gahee olaanaa qabudha-Inj. Ashabbir… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf gahee olaanaa kan qabu pirojektii seenaa jijjiiruudha jechuun Hoji Raawwachiisaa…
Oduu biyya keessaa “Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf” Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan biyya gootonni dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa ishee eegsisanii asiin gahaniidha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa hundagaleessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaadha-Amb. Taayyee… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Birmadummaa hunda galeessaa Itiyoophiyaa eegsisuuf hirmaannaan lammiilee murteessaa ta’uu Ministirri Miniisyteera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 3 “Guyyaan Birmadummaa” naannolee garaagaraatti kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Qaammeen 3 “Guyyaan birmadummaa” naannoleetti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Haaluma kanaan Naannoolee Hararii, Kibbaa Itiyoophiyaa, Kibba Lixa…
Oduu biyya keessaa Icciitiin birmadummaa fi bilisummaa keenyaa tokkummaa keenya- Afyaa’ii Caffee Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Guyyaan Birmadummaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mataduree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf ! " jedhuun agarsiisa qaamoolee nageenyaa fi marii…