Oduu biyya keessaa FBC fi BBO’n Istuudiyoo ammayyaa ijaaruuf waliigalan Debela Tadesse Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Faanaa biroodkaastiingi Koorporeetii fi Biiroon Barnootaa Oromiyaa Istuudiyoo Poodkaastii ammayyaa ijaaruuf waliigaltee mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa 2016/17 lafti hektaarri miiliiyona 20 sanyiin uwwifameera-MQ Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara oomisha 2016/17 qonnaa gannaan lafti hektaaraa miiliyonaa 20tti dhiyaatu sanyiin uwwiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Gamaaggamnii raawwii…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan sadan darban lammiilee kuma 619’f carraan hojii umameera-MHO Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara baajataa 2017 kurmaana jalqabaatti lammiilee kuma 619’f carraan hojii umamuu Ministeerrii Hojii fi Ogummaa beeksise. Gamaaggamni raawwii…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran daawwataman Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiilleen hojjatamaa jiran dawwatamaniiru. Godinicha Aanaa Limmuu Kossaatti kilaasteera…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Gabaa Galtee Qonnaa Naannoo Haarari tajaajila eegale Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Giddugalli Gabaa Galtee Qonnaa fi Oomishaalee Qonnaa, qonnaan bultoota Naannoo Hararii ijaaramaa ture tajaajila eegale jira. Giddugallichi…
Oduu biyya keessaa Hojiin jijjiiramaa dhaabbataa fi siivil sarvisii hojiirra oolchaa turre tattaaffii guddinaa keenya… Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)-Hojiin jijjiiramaa dhaabbataafi siivil sarvisii hojiirra oolchaa turre tattaaffii guddinaa keenya deeggaruu irratti argamu jechuun Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Leenjiin marsaa 2ffaa hoggantoota olaanoo fi giddugaleesaa Paartii Badhaadhinaaf kennamaa ture… Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Mata duree “Humna Mul’ataa Badhaadhina Hunda Galeessaaf“ jedhuun Leenjiin marsaa 2ffaa hoggantoota olaanoo fi giddugaleesaa Paartii Badhaadhinaaf…
Ispoortii Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphoonni 7 har’a ni gaggeeffamu Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Tapha torbee 8ffaa Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphoonni torba har’a ni gaggeeffamu. Haaluma kanaan Totenhaam Hotisparii fi Westhaam Yuunaayitid…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Biyyoota Miseensa BRICS waliin tumsa diingdee ishee cimsitee akka itti fuftu ibsite Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin dameewwan garaagaraan tumsa diingdee qabdu cimsitee itti fufuuf kutannoon hojjechuuf qophii ta’uu…
Oduu biyya keessaa Boba’aan seeraan ala liitirri kuma 5 fi 770 to’atame Debela Tadesse Oct 19, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti boba'aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture liitirri kuma 5fi 770 to'atame. Boba'aan Birrii kuma 590 olitti…