Oduu biyya keessaa Barsiistuu Barattootaaf Haadhas Barsiistuus taate Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Garaan haadhaa hundaaf walqixa akka rifatuu fi hoo’u Barsiistuu Birqiisaa Jamaal ragaadha. Barsiistuu Biqisaa Jamaal Jiraatuu Magaala Jimmaa, Mana…
Oduu biyya keessaa Haalaa nageenyaarratti waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Haala nageenyaa yeroo ammaa Naannoo Amaaraa ilaalchisuun waltajjiin marii Magaalaa Dabra Maarqoositti gaggeeffame. Waltajjii marichaarratti…
Oduu biyya keessaa Leenjii interpirinarshiippii Qonnaan/Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce’an kuma 15’f… Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Leenjii interpirinarshiippii Qonnaa bultootaa fi Horsiisee Bultoota gara inivastimantiitti ce'an kuma 15’f Giddugaloota 19'tti kennamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Naannoo Amaaraa Magaalota garaagaraatti koonfiraansiin nageenya mata duree “Nageenyi hundaaf; hundi nageenyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra-Obbo… Debela Tadesse Nov 4, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC)- Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan.…
Biiznasii Itiyoo Telekoom tajaajila Interneetii dhaloota 5ffaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee,Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Itiyoo Telekoom tajaajila Neetwoorkii dhaloota 5ffaa (5G) Magaalaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise. Saganticha jalqabsiisa tajaajilichaarratti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Kaasahuun Gofeen Giddugala Gabaa Oomisha Qonnaa Lammii Kuraa daawwatan Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee,Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Gofeen Giddugala Gabaa Oomisha Qonnaa ammaayyaa Finfinnee Kutaa…
Ispoortii Arsenaal Niwukasil Yuunaayitidiin injifatame Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 10ffaan Niwukasil Yuunaayitid 1 fi 0’n Arsenaaliin injifate. Taphaa pirimerliigichaa itti fufee gaggeeffamuun…
Oduu biyya keessaa Bilbiloonni Kontirobaandii Birrii miiliyoona 83’tti tilmaamaan to’ataman Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Kutaalee konkolaataa keessa dhokfamuun kontiroobaandiin galfamuuf kan turaan Bilbiloonni Moobaayilaa Birrii miiliyoona 83.4’tti tilmaamaman kuma 4 fi…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti lammiileen hidhaa turan 276 gara biyyaatti deebifaman Debela Tadesse Nov 2, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)- Keeniyaatti mana hidhaa kan turan lammiilee Itiyoophiyaa 276 gara biyyaatti deebisuu Keeniyatti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Itiyoophiyaanonni…