Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan hordoftoota amantaa Islaamaan kabajamaa jiraachuu ibsameera. Ayyaannich magaalaa Finfinnee Masjiida Guddicha…
Oduu biyya keessaa Godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasise Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Naannoo Uummattoota kibbaatti godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasiseera. Godiina Booranaatti roobni Arfaasaa fi Gannaa…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Ministeera Dhimma Alaa Poolaandii fi Beeljiyeem obbo Dammaqaa Mokonniniif ergaa baga… Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Poolaand Zibiignaaw Raayeenaa fi Itti aantuu Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem…
Oduu biyya keessaa Tumsi fayyadamummaa lammiilee biyyoota lameenii guddisuu danda’u cimuu akka qabu ibsame Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Seeraaliyoon Proofesar…
Idil Addunyaa Koongootti weerarri Vaayrasii Ibooloo mudate Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Riippaabiliika Diimokiraatawaa Koongoo kutaa bulchiinsa Kiivuutti weerarri Vaayrasii Ibooloo mudachuu ibsame. Kutaa bulchiinsichaatti namni…
Oduu biyya keessaa Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara barnootaa 2013 kennuuf qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Qormaata Biyyoolessaa 12ffaa kan bara barnootaa 2013 kennuuf qophiin xumuramuu Ejensiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Oomishni midhaanii bara kana Naannoo Somaaleetti argame kan baay’ee abdii namatti horudha- MM… Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Oomishni midhaanii bara kana Naannoo Somaaleetti argame kan baay'ee abdii namatti horudha jedhan Muummeen Ministraa Abiy Ahimad. MM Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Murtoo gamtichi dhiyeenya kana Ityoophiyaa irratti dabarse fudhatama hin qabu- Obbo Dammaqaa… Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Murtoo Gamtaan Awurooppaa dhiyeenya kana Ityoophiyaa irratti dabarse madaala kan hin eegnee fi fudhatama hin qabne ta’uu Itti aanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Aljeeriyaan Liigiin Arabaa ejjennoo dogoggoraa ijaarsa hidha haaromsaa irratti qabdu akka… Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Aljeeriyaa, Yugaandaa, Burundii fi Laayibeeriyaa waliin marii taasisuu ishee dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo dallaalaa seeraan alaa addaan kutuun qaala’iinsa jireenyaa hambisuuf ni hojjenna- Aadde… Ayana Dheressa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Hariiroo dallaalaa seeraan alaa oomishtootaa fi shamattoota gidduu jiru addaan kutuun qaala’iinsa jireenyaa hambisuuf kan hojjetan ta’uu kantiibaan…