Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa haalli yeroo Sudaan yaaddessuu beeksise Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Haalli yeroo Sudaan hedduu yaaddessuu Gamtaan Afrikaa beeksiseera. Hidhamuun Muummee Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdookii fi hoggantooonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa garaagaraa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa …
Biiznasii Baankichi sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014(FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 3ffaaf mata duree "Fooyya’iinsa Boruuf Har'a haa Qusannu" jedhuun sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoota kilaastaraan misoomsaniif deeggarsi barbaachisu kan taasifamu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Oomishaa fi oomishtummaa dabaluun fayyadamummaa qonnaan Bultootaa mirkaneessuuf qonnaan bultoota kilaastaraan misoomsaniif deeggarsi barbaachisu kan…
Oduu biyya keessaa Daabboo Shaggariif deeggarsi Birrii miiliyoonni 309 ol akka taasifamu murtaa’e Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haala gabaa yeroo ilaalcha keessa galchuun Daabboo Shaggariif deeggarsi Birrii miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 9 ol akka taasifamu murtaa’e.…
Oduu biyya keessaa Haleellaa qilleensarraa guyyaa kaleessaa raawwate ilaalchisee miidiyaaleen Idil addunyaa gabaasa… Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haleellaa qilleensarraa guyyaa kaleessaa magaalaa Maqaleetti raawwate ilaalchisee miidiyaaleen Idil addunyaa gabaasa dogoggoraa tamsaasuu tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi dhokataan Dhaabbilee Idil Addunyaan garee shororkeessaa ABUTiif taasifamu dhaabachuu akka… Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Deeggarsi dhokataan namoonni dhuunfaa dhaabbilee idil addunyaa tokko tokko keessa daheeffachuun garee shororkeessaa ABUTiif taasisan dhaabachuu akka…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Muusxafeen Proojektiiwwan misoomaa magaalaa Jigjigaatti hojjetamaa jiran daawwatan Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad Proojektiiwwan misoomaa magaalaa Jigjigaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa saba tokkoo qofa osoo hin taane uummata hundaa guddisuuf hojjechuun barbaachisaadha-… Ayana Dheressa Oct 23, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Fayyadamummaa saba tokkoo qofa osoo hin taane uummata hundaa guddisuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordii…
Oduu biyya keessaa Hundi gara Wallootti haa duulu jechuun Preezdaantiin Mootummaa naannoo Amaaraa waamicha dhiyeessan Ayana Dheressa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Haleellaa garee shororkeessaan ABUT bane qolachuuf lammiin hundi of gurmeessee tokkummaan ka’uun gara Wallootti duuluu qaba jechuun Preezdaantiin…