Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamaa jira Ayana Dheressa Nov 8, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2013 kennamaa jira. Barattoonni miira tasgabbii fi namuusa gaariin qormaata isaanii akka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asoosaatti guyyaa boruu hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaa… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti guyyaa boruu hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaa kan gaggeeffamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dhimma keessoo Ityoophiyaa keessa seenuu biyyoota Alaa Sudaa Kibbaa ni mormiti- Ambaasaaddar Jeems… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Dhimma keessoo Ityoophiyaa keessa seenuu biyyoota Alaa Sudaa Kibbaa kan mormitu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa Jeems Moorgaan…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Keenya hin jilbeenfanne, Nutis hin jilbeenfannu- Aadde Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee hundi adeemsa biyyoonni addunyaa birmadummaa Ityoophiyaa sarbuuf taasisan balaaleffachuu akka qaban ibsame.…
Oduu biyya keessaa Garee Shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaadha- Mana Maree Waloo Paartilee… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaa ta’uu Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Magaalaa Finfinnee ibse. Manni marechaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee guyyaa boruu… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee akkasumas deeggarsaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamolee nageenyaa guyyaa…
Oduu biyya keessaa ABUT bakka jirutti akka badu gochuun uummata naannichaarraa eegama-Paartii Badhaadhinaa naannoo… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaan ABUT irra deebiin akka hin dandamannee fi bakka jirutti akka baduu taasisuun uummata naannichaa hundarraa kan eegamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Magaalichaa daandiiwwan guyyaa boruu cufaa ta’an ifoomse Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Hiriira garee shororkeessaa ABUT balaaleffatuu fi deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa Addabaabaayii Masqalaatti guyyaa boruu gaggeeffamu sababeeffachun…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifa Boruu Baabbichaa Birrii Miiliyoona 34 oliin ijaarame eebbifame Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwiitti Manni Barumsaa Ifa Boruu Baabbichaa Birrii Miiliyoona 34 fi kuma dhibba 5 ijaarame eebbifameera. Mana…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu ni… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…