Fana: At a Speed of Life!

Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 meedaaliyaa meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte

Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Oriiganitti barii kana gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 meedaaliyaa meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifteerti.

Atleetiin Keeniyaa Feeyiz Kiippiyagoon sadarkaa 1ffaan xumuruun Meedaaliyaa Warqee biyya isheef yoo argamsiiftu, Atleetiin Biriitaaniyaa Laawuraa Muuyir sadarkaa 3ffaan xumuruun meedaaliyaa Nahaasii argatteerti.

Ityoophiyaa hanga ammaatti Meedaaliyaa Warqee 3 fi Meetii 3 waliigala meedaaliyaa 6 argatteerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.