Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte.
Atileet Suraanash fageenyicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n xumuruun injifatteerti.
Atileetiin Keeniyaa Seeluu Cheepiyegoo Kaaputiich ammoi sa’aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 55n xumuraan 2ffaa baateerti.
Dorgommii dhiiroota gidduutti taasiifameen Atileetiin Keeniyza Filiimoon Kiipituu Kiipichuumobbaan 1ffaan yoo xumuru Atileetiin Taanzaaniyaa Alfoonis Siimbuun 2ffaan xumureera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.