Fana: At a Speed of Life!

Atileet Shuraa Qixxaataa maraatoonii Landan 2020 injifate

Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) – Atileet Shuraa Qixxaataa Maraatoonii Landan 2020 fageenyaa sa’aatii 2:05:41injifateera.

Atileetiin lammii Keeniyaa Vincent Kipchumna sadarkaa 2ffaan yoo xumuru, Atileet Sisaay Lammaa sadarkaa 3ffaan xumureera.

Atileet Moosinat Garramaw sadarkaa 4ffaa

Atileet Mulee Wasihuun sadarkaa 5ffaa

Atileet Taammiraat Tolaa sadarkaa 6ffaan xumuraniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.