Fana: At a Speed of Life!

Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan sadarkaa 2ffaan xumure

Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatooniin Landaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu sadarkaa 2ffaan xumuran.

Dorgommii Maataatoonii Landan Dhiirota gudduutti fiigameen Atileet Qananiinsaa Baqqalaan 2ffaan yoo xumuru, Atileetiin Keeniyaa Aleeksaader Mutiisoo Munyoowaa 1ffaan xumureera.

Fiigicha Maaraatoonii dubartootaan ammoo Atileet Tigisti Asaffaan 2ffaan yoo xumurtu, Atileetiin Keeniyaa ‘Peres Jepchirchir’ 1ffaa baate.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.