Fana: At a Speed of Life!

Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen fiigicha xumuraaf darban

Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha gulaallii kiiloo meetira 5 dubartoota gidduutti fiigameen Atileet Madinaa Isaa, Gudaaf Tsaggaayii fi Ijjigaayyoo Taayyeen xumuraaf darban.

Atileet Madinaa Isaan ramaddii 2ffaarraa sadarkaa 2ffaa, Gudaaf Tsaggaayyiin fi Ijjigaayyoo Taayyeen ammoo ramaddii 1ffaa sadarkaa 5ffaa fi 6ffaa ba’uun fiigicha xumuraaf darbaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.