Fana: At a Speed of Life!

Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamte

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamte.
Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun Filatamteetti.
Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa yaa’ii waliigalaa idilee 24ffaa gaggeesseen Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa ta’uun waggaa 4f akka gaggeessituuf filateera.
Yaa’ichi gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2012, gabaasa oodiitii alaa, karoora tarsiimoo waggootan saddeet fuula duraa fi karoora federeeshinichaa bara baajataa 2013 irratti guyyaa har’aa mari’ateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.