Fana: At a Speed of Life!

Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hinditti dorgomame injifatte

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Atileet Almaaz Ayyaanaan fiigicha walakkaa maraatoonii Hindi, Delhiitti dorgomame injifatte.

Fageenyicha sa’aatii 1 fi daqiiqaa 7 fi sekoondii 59’n xumurteerti.

Atileetonni Yugaandaa fi Keeniyaa 2ffaafi 3ffaa ba’uun xumuraniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.