Atileet Abajjee Ayyaanaa Maaraatoonii Paariis injifate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Atileetiin Ityophiyaa Abajjee Ayyaanaa dorgommii Maaraatoonii Paariis har’a gaggeeffame injifateera.
Atileet Abajjeen dorgommichaa sa’aatii 2, daqiiqaa 7 fi maayikiroo sekoondii 14’n injifateera.
Atileetiin biraan Atileet Guyyee Adoolaa sa’aatii 2, daqiiqaa 7 fi maayikiroo sekoondii 35’n galuun lammaffaa ba’uun dorgommicha xumureera.
Akkasumaas Ayileetiin Keeniyaa Jooseef Booyit sadaffaa ba’eera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.