Fana: At a Speed of Life!

Asoosaatti Jala bultiin Ayyaana Irreechaa qophiilee addaa fi marii Paanaaliin kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti jala bultiin Irreecha Malkaa Asoosaa qophiilee adda addaa fi marii Paanaaliin kabajameera.

Ayyaanichi duudhaa isaa eegee akka kabajamuu fi ayyaana hundaa akka ta’u kan hojjetan ta’uu Kantibaan Magaalaa Asoosaa Abduulkariim Abdurahiim ibsaniiru.

Ayyaanni Irreechaa ayyaana araaraa fi tokkummaati jedhan.

Ayyaanni Irreechaa malkaa Asoosaa boru akkaataa duudhaa isaa eeguun kabajamuuf qophiin xumuramuu ta’uu ragaan Kominikeeshinii Naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.