Fana: At a Speed of Life!

Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayyatti -Obbo Tamasgeen Xirunaan

Finfinnee, Hagayya 16, 2016 (FBC)- Ashandiyyee, Shaaday, Ashandaa fi Soolal kenna Ajaa’iba baatii Hagayya kaabaa Itiyoophiyaa miidhaksan ta’uu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan ibsan.

Obbo Tamasgeen Xirunaan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Ashandiyyee,Shaaday, Ashandaa fi Soolal guyyaa gammachuu shammarraniiti jedhan.

Ayyaannichi kaabaa Itiyoophiyaa Naannoolee Amaaraa fi Tigraayitti sirbaa fi faaruu garaagaraan kan kabajamu ta’uu himaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.