Fana: At a Speed of Life!

Asallaatti duulli ashaaraa magarisaa eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Bulchinsa magaalaa Asallaatti duulli ashaaraa magariisaa eegalameera.

Magaalaa amAsallaatti Duulli Ashaaraa magarisaa guyya tokkotti miiliyoona 500 eegalameera.

Magaalichaatti biqiltuu miiliyoona 1.5 guyyaa
har’aa kan dhaabbatu ta’uu eegalameera.

Hawasni ganaman bahun biqiltuu dhaabuu jalqabaniiru.

Midhaksa Qachaa fi Oliyaad Badhaane.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.