Fana: At a Speed of Life!

Artiist Baayyuush Alamaayyoo boqatte

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Barreessituu, qopheessituu fi taatoon Baayyuush Alamaayyoo addunyaa kanarraa du’aan boqatte.

Artiist Baayyuush dhibee tasaa ishee qunnameen yaallamaa turuun galgala kana lubbuun ishee darbeera.

Artiist Baayyuush Alamaayyoo Mana Tiyaatira biyyaalessatti yeroo dheeraaf taatoo ta’uun tajaajilteerti.

Diraamaawwan gaggaboo hedduu, taattoo waltajjiiraa fi qopheessummaan hojjechaa turuu ishee himameera.

Faanaa Broodkaastiing Koorporeet maatii, firroottanii fi dinqisiifattoota ishee hundaaf jajjabina hawweera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.