Fana: At a Speed of Life!

Artiist Abinnat Daagim boqote

Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Artiist Abinnat Daagim addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.

Yeroo dheeraaf dhukkubsatee yaalarra kan ture Artiist Abinnat guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.

Artiist Abinnat Fiilmiwwanii fi diraamaawwan akkasumas dameewwan Aartii hedduurratti taatoo ta’uun hojjeteera.

Faanaa Biroodkaastiing Korporeetii maatii, firoottanii fi dinqisiifattoota isaaf jajjabina hawweera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.