Fana: At a Speed of Life!

Arsenaalii fi Biraayitan qixa addaan ba’an

Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 3ffaan Arsenaal dirree isaarratti Biraayitan Hoof Albiyooniin keessummeessuun qixa 1 fi 1’n addaan ba’aniiru.

Gama biraatiin Maanchister Siitiin galgala sa’aatii 1:30 irraa eegalee Westihaam waliin taphni gaggeessu kan eegamuudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.