Fana: At a Speed of Life!

Arsenaal Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsate

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.

Taphoota biroon Barnileey goolii 5 fi 0n Sheefiild Yuunaayitiid, Bireentifoordi goolii 3 fi 1n Luutoo Taawoon injifataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.