Fana: At a Speed of Life!

Argisiisni biyyaalessaa Hojii baname

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Minsteerrii Hojii fi Ogummaa Faawundeeshinii Master Kaardii fi Daraja.Com waliin ta’uun Argisiisni Biyyaalessaa Hojii qopheessan baname.

Argisiisichi galma barkumeetti kan qophaa’e yoo ta’u hojjetaa fi hojjechisaa kan walquunnamsiisu ta’uun eerameera.

Ministir Deetaa Ministeera Hojii fi Ogummaa Obbo Nigusuu Xilaahuniin dabalatee qondaaltonni olaanoon biroon bakka argamanitti banameera.

Hirmaattonni argisiisichaa miindeessitoota waliin walbaruu fi odeefannoo waljijjruuf akksumas carraa hojii kan itti argatan akka ta’e eerameera.

Waltajjiin barbaaddota hojii kallattiin miindessitoota waliin walqauunnaman akka qophaa’ee fi bakkoota hojii banaatti filmaanni akka taasifamu TOI gabaaseera.

Barbaaddota hojii dandeettii isaanii haala kamiin guddisuun akkaataa danda’anii fi waltajjiiwwan gabbisa hubannoo garaagaraa akka jiraatus himameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.