Fana: At a Speed of Life!

Aqaaqii Qaalliittitti barattootta kuma 51 ol ta’aniif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasifame

Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Waajjirri Barnoota kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti damee waajjira Eejansii Nyaataa Barattoota waliin barattoota kutaa magaalicha jiraatan kuma 51 fi 100 ta’aniif deeggarsa meeshalee barnoota taasisaniiru.

Deeggarsichaan korojoo (borsaa), uffataa seeraa (yuunifoormi), dabtara, kobbee, haguugduu afaanii funyaanii fi kopheen barattootaa hammatamaniiru.

Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kutaa tokkoo keessaatti barattoonni 23 qoftii akka barataan tasifamuu ragaan Ministeera Barnootaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.