Fana: At a Speed of Life!

Antooniyoo Gutareez balaa sigiga lafaan miidhaa qaqqabeen gadda isaanitti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)-Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen miidhaa qaqqabeen gadda isaaanitti dhagaa’ame ibsan.

Antooniyoo Gutareez gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, balaa sigiga lafaa Godina Googaan lubbuun lammiilee darbuun gaddi cimaan isaaanitti dhaga’amuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.