Angoolaan Naamiibiyaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Tapha moo’atanii darbuu Waancaa Afrikaan Angoolaan Namiibiyaa injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu mirkaneeffatte.
Tapha galgala kana taphatameen Angoolaan galchii 3 fi 0n Namiibiyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.