Zayitni Liitirri miiliyoonni 50 Jibuutirra gara Biyyaatti geejjibsifamaa jiraachuun ibsame

Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Zayitni nyaataa Liitirri miiliyoonni 50 Jibuutirra gara Itiyoophiyaatti geejjibsifamaa jiraachuun ibsame.

Mootummaan qalaa’insa jireenyaa foyyeessuu fi gabaa tasgabbeessuuf tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachaa jiraachuun eerameera.

haaluma kanaan zayitni nyaataa karaa Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii fi konkolaataan gara biyyaatti kan geejjibsifamu ta’uu ragaan Jibuutitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Comments (0)
Add Comment