Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan adda addaa barattootasaanii eebisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Arsii barattoota muummee garagaraatiin digrii jalqabaa fi 2ffaatiin barsiisaa ture 1,959 eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi barattoota Muummee Qonnaa, Biznasiif Ikonomiksii, Fayyaa, Seeraa fi Saayinsii Hawaasaan barsiisaa ture kan eebbisiise.
Kanneen eebbifaman keessaas 732 dubartoota.
Haaluma wal fakkatuun Yuunvarsiitiin Gambeellaas barattoota digrii jalqabaa fi 2ffaatiin barsiisaa ture 1,229 eebbiseera.
Yuunvarsiitii Mattuu Kaampaasiin Beddellee guyyaa har’aa gosa barnootaa garagaraatin barattoota 543 eebbisiiseera.
Yuunvaarsiitiin Amboo Kaampaasiin Walisoos barattoota 805 eebbisiseera.
Haaluma wal fakkatuun Yuunvarsiitiin Jigjigaas barattoota digrii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 2 fi 127 eebbisiseera.
Eebbifamtoota kanneen keessaa 666 kan ta’aan dubartootadha.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna