Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Meetiroopolitaanii Kotabee duraanii amma booda “Yuunvarsiitii Barnootaa Kotabee” akka ta’u murtaa’uu yuunvarsiitichi beeksiise.
Itti waamamni isaas paarlaamaafi jedhame.
Preezdaantiin yuunvarsiitichaa Dooktar Birhaanamasqal Xannaa qaamolee yuunvarsiitichi amala addaa qabatee sadarkaa kanarra akka ga’uuf gumaacha olaanaa taasisan galateeffachuu ragaan fuula miidiyaa hawaasummaa yuunvarsiitichaarra argame ni muul’isa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.