Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan naannoo Tigraayitti argaman hojii baruu fi barsiisuu idilee gaggeessaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo beeksiseera.
Ministeerichi dhaabbilee idil addunyaa naannichatti argaman waliin hordoffii taasiiseen mirkaneessuu ibseera.
Miidiyaaleen idil addunyaa iddichatti argamuun barattoota dubbisuun sagalee isaanii maatii fi ummata Ityoophiyaaf dhageessisuu isaanii ministeerichi galateeffachuu ragaan Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoorraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.