Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa barsiisaa turan eebbisiisaan

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa muummee adda addaatin barsiisaa turan eebbisiisaaniiru.

Yuunvarsiitiin Walqixxee barattoota muummee addaa addaatin barsiisaa ture digrii jalqabaa fi 2ffaatin kuma 3 fi 237 eebbisiseera.

Bifuma wal fakkatuun Yuunvarsiitiin Samaaraa barattootaa 246 eebbisiseera.

Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 38 eebbisiiseera.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment