Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Waldiyaa Wiixata dhufuu barattoota simatee barsiisuu kan eegaluu ta’uu preezdaantiin Yuunvarsiicha Dooktar Abbabaa Girmaa ibsaniiru.
Garee shororkeessaa ABUT saamichii fi miidhaa irra kan ga’ee yuunvarsiitichi hojiin deebisanii dhaabuu raawwatamuun Gurraandhala 7, 2014 irraa eegalee barattoota simatee hojii baruufi barsiisuu ni eegala.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.