Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa deebisanii dhaabuuf oolu Birrii miiliyoona 9 ol taasise.
Yuunvarsiiticha yeroo gabaabaa keessatti deebisanii dhaabuun hojii baruuf barsiisuu akka eegalu taasisuuf kallatti Ministeerri Barnootaa kaa’een hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Haaluma kanaan bulchiinsi yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo hojii deebisanii dhaabuu yuunvarsiitii Waldiyaaf meeshaalee akaakuu Birrii miiliyoona 9tti tilmaamamu deeggarsa taasisuu ibsamera.
Maastawaal Asaffaatu gabaase.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.