Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota kuma 5 fi 726 eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo marsaa 13ffaaf barattoota muummee garagaraatin baarsisaa ture kuma 5 fi 726 eebbisiiseera.
Preezdaantiin Yuunvarsiiticha proofeeser Taakkalaa Taaddasaa, Barattoota digrii jalqabaan leenjisaa ture dhiiroota kuma 3 fi 304 dubartoota kuma 1 fi 964 ni eebbisiisee jedhaniiru.
Akkasumas digri 2ffaan dhiroota 385 fi dubartoota 63 kan eebbisisuu yoo ta’uu, digrii sadaffaan ammoo
dooktaroota kaadhimamoo dubartootaa fi dhiirootaan  eebbisiseera.
Abaabbach Keeshamoo fi Mallas Taaddalaatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment