Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota dameewwan garagaraan leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota muummee garagaraatin leenjisaa ture kuma 3 fi 134 eebbisiiseera.

Yuunvarsiitiin Wachamoo barattoota dameewwan garagaraan barsiisaa ture marsaa 9ffaaf guyyaa har’aa eebbisiseera.

Yuunvarsitichi guyyaa har’aa sagantaa garagaraan barattoota barsiisaa ture kuma 3fi 134 eebbisiisuu EBCn gabaaseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment