Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii damee Naqamtee barattoota kuma 8 fi 979 eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii Damee Naqamtee guyyaa har’aa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 8 fi 979 Istaadiyeemii Wallaggaatti eebbisiiseera.

Yuunvarsiitichi erga bara 2,000 asi Kaampaasii Naqamteetti muummee garaa garaan barsiisaa jiraachuu Diiniin Yuunvarsiitichii obbo Wandimmuu Qannoo ibsaniiru.

Guyyaa har’aa barattoota sadarkaa leevalii, digrii jalqabaa fi digrii lammaffaan barsiisaa ture kuma 8 fi 979 eebbisiiseera.

Eefireem Malkaamutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment