Yuunvarsiitiin Qabiradaarii fi Jigjigaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Qabiradaarii Birrii miiliyoona 3 fi Yuunvarsiitii Jigjigaa Birrii miiliyoona 3 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Yuunvarsiitiin Qabiradaar dabalataan Re’oota 300 Raayyaa Ittisaaf arjoomeera.

Yuunvarsiitiin Jigjigaas Birrii miiliyoona 1.5 maallaqaa fi miiliyoona 1.5 ammoo deeggarsa miidhaan nyaataa taasiiseera.

Yuunvarsiitich adeemsa baruu fi barsiisuu fi qorannoo gaggeessu dabalataan ergama biyyaalessaa milkeessuuf hojiilee hedduu hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Bisiraat Mallastu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment