Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota gosa garagaraatin barsiisaa kuma 3 fi 388 ture eebbisiisa jira.
Sirni eebbichaa galma siiviikii artiis Hacaaluu Hundeessaati raawwatamaa kan jiru yoo ta’u, keessumoonni garagaraa argamaniiru.
Yuunvarsitichi barattoota sangantaa barnoota idilee, fagoo gannaatiin barsiisee kuma 3 fi 388 eebbisiisaa jira.
Barattoonni eebbifamaa jiran gosa barnoota saayinsii uumamaa fi hawaasaa, seera, qonna, kompiyutar saayinsii fi gosa barnoota adda addaan digrii jalqabaa, 2ffaa fi digrii 3ffaan barumsasaanii hordofaa kan turaniidha.
Muktaar Xhaatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.