Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota sababa vaayrasii koroonaatin barnoota isaanii adda kutanii turan kuma 10 ol barsiisuuf simachuu eegaleera.
Yuunvarsiitiichi simannaa barattoota kanneeni wayita taasisuu marsaa 2ffaan ta’uu ibsameera.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!