Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoos barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma fi 905 eebbisiira.
Yuunvarsiitiin Injibaaraas barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 74 eebbisiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.