Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera.
Barattoota ogummaa garaagaraan digrii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa kuma 2 fi 495 eebbisiiseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment