Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama jedhameera.

Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera.

Preezdaantiin Yuunvarsiiticha Dooktar Booruu Xaachee, yuunvarasiitiin Booranaa daree barnoota, kutaa bulchiinsa, mana kitaabaa, galmaa fi iddoowwan ispoortiin of keessaatti haammachuun kan ijaarrameedha jedhaniiru.

Galteewwan hojii barnootaaf barbachisaan kan guuttatee ta’uu ibsaniiru.

TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment