Yuunvarsiitiin Baahir Daar Dooktaroota Fayyaa 122 eebbisiise

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Baahir Daar Dooktaroota Fayyaa 122 barsiisaa eebbisiiseera.

Ministir Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa sirna eebbichaarratti haasaa taasisaniin, yuunvarsiitiichi damee fayyaatiin barattootta ga’oomaanii fi dorgomaa ta’aan horachaa jira jedhan.

Kunis cimina yuunvarsiitiicha kan muul’dhisuu ta’uu korpooreeshiniin miidiyaa naannoo Amaaraa gabaseera.

Yuunvarsiitichi tajaajila hawaasaaf laachuun beekamaa kan jedha Dooktar Darajjeen, weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tattaaffiin taasisee turees fakkeenya jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment