Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii sababa haleellaa garee shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Daakuu kuntaala 50 fi Ruuzii kuntaala 50 deeggarsa taasiisuu ragaan Yuunvarsiitii Samaraarraa argame ni muul’isa.
Deeggarsa kanas hoggantoota Yuunvarsiitii Samaraaf laachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment