Yuunvarsiitiin Arsii maatii qabsaa’otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana laate

Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Arsii Ayyaana bara haaraa Sababeeffachuun maatii qabsaa’otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana ittiin oolaan arjoomeera.

Yuunvarsiitichi miseensota Poolisii Humna Addaa Oromiyaatiif Re’oota qalmaa gumaacheera.

Dabalataan Yuunvarsiitii Arsii Waldaa gargaarsa Maanguddoota Afoomiyaatiif deeggarsa garagaraa taasisuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment