Yuunivarsitiiwwan Naannoo Amaaraatti argaman 4 barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan Eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsitiiwwan Naannoo Amaaraatti argaman 4 barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.

Haaluma kanaan Yuunivarsitiiwwan Walloo ,Dabira Birhaan, Waldiyaa fi Injibaaraan barattoota gosa barnoota adda addaan barsiisaa turan guyyaa har’aa eebbisisuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment