Yuunivarsiitiiwwan Walloo fi Arbaa Minci barattoota leenjisaa turan eebbisiisan

Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan Walloo fi Yuunivarsiitiin Arbaa Minci barattootaa dameewwan barnootaa garaagaraan leenjisaa turan eebbisiisaniiru.

Haaluma kanaan Yuunivarsiitiin Walloo barattoota kuma 2 ol yoo eebbisiisu Yuunvarsiitiin Arbaa Minci ammoo barattoota kuma 1 fi 475 eebbisiiseera.

Eebbifamtoonnis ogummaa horataniin guddina biyyaaf hojjechuun akka irraa eegamuu eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment