Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa bara kanaa Adoolessa 9, 2016 eegalee kennama.

Yuunivarsiitiiwwan garagaaraas barattoota kutaa 12ffaa qormaata Saayinsii Uumamaa qoraman simachuu eegalaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment