Yuunivarsiitiiwwan barattoota 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan garaagaara barattoota qormaata 12ffaa saayinsii uumamaa qoraman simachaa jiru.

Yuunivarsiitiin Dambii Doolloo, Walloo, Waldiyaa, Asoosaa fi Goondar har’a barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumaamaa qoraman simachuu eegaliiru.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa Onkololeessa 8 – 11, 2015tti kan laatamu ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment